Job Type:Government Organization

 

Fields of Education: CTM,Civil Engineering/Structural Engineering Civil Engineering/Electrical Engineering/ and others

 

Organization: Biiroo Konistiraakshinii Oromiyaa

 

Salary : 4,239 - 4,711

 

Posted:2016-10-01

 

Application Dead line:2016-10-09

 






Biiroon Konistriraakshinii Oromiyaa dorgomtoota ulagaalee gitoota banaa qabu irratti dorgomsisee dhaabbiidhaan qacaruu barbaada. Kanaafuu, ulaagalee gabatee armaan gadii irratti caqafamee fi kana olis namoonni qabdan akka dorgomtan afeerramtaniittu.


Lakk

Waamama gita Hojii

L/Eenyu

Sadarkaa

Gosa Barnootaa

Sadarkaa Barnootaa

Baay’ina

Bara tajaajila

Mindaa

1

R/H/Qor.Gabaa fi Gatii Ijaarsaa

46/Gxx-26

VII

CTM,Civil Engineering

MSC/BSC

16

Zeeroo

4,711

2

R/Galmee fi kennaa Hayyama Konistraakshinii

46/Gxx-27

VII

CTM

MSC/BSC

18

Zeeroo

4,711

3

Injinara Istiraakcharii

46/Gxx-29

 

VI

Structural Engineering

Civil Engineering

MSC/BSC

3

Zeeroo

4,711

4

Injiinara Elektiriikaa

46/Gxx-30

VI

Electrical Engineering

MSC/BSC

13

Zeeroo

4,711

5

Injiinara saniitarii

46/Gxx-31

VI

Sanitarial Engineering

Hydrolic Engineering

MSC/BSC

20

Zeeroo

4,711

6

Arkiteektii

46/Gxx-32

VII

Architecture

MSC/BSC

20

Zeeroo

4,711

7

R/H/Qorannoo fifi Diizaayinii (MATERIAL ENGINEERING)

46/Gxx-38

VI

CTM, Civil Engineering

MSC/BSC

20

Zeeroo

4,711

8

R/H/Qoranno fi Diizaayinii (SURVEYING)

46/Gxx-39

V

Surveying

MSC/BSC

20

Zeeroo

4,711

9

Inj Gamaaggama Dizaayinii fi Heyyama ilaarsa (Mahaandisa Istiraakcharaa)

46/Gxx- 42

VI

Structural Eingineering civil Engineering

MSC/BSC

3

Zeeroo

4,711

10

Inj-Gaamaaggama Dizaayiniifi Heyyama Ijaarsaa (Mah. Elektirikaa)

46/Gxx- 43

VI

Electrical Engineering

MSC/BSC

10

Zeeroo

4,711

11

R/H/Galmee Madaallii Leenjii fi MGO Konisitraakshinii

46/Gxx-50

VII

Management

MA/BA

10

Zeeroo

4,239

 

Hubachiisa

  1. Dandeetti Qooqaa – Afaan Oromoo Dubbachuu, Barreessuu fi Dubbisuu kan danda’u
  2. Guyyaa galmee – Beeksisni kun guyyaa Gaazexaa Addis Zaman irratti bahee kaasee guyyoota hojii kudhan (10) walitti aansee jiru,
  3. Haala Qacarrii – Dhaabbiidhaan
  4. Ragaa Barumsaa – Dokimanti orijinaalaaa fi kooppii hin deebine 1 qabattanii dhiyaachuu qabdu
  5. Qabxii barnoota (CGPA) – Dhiiraaf 3.25 fi isaa ol, Dubaraaf 3.00 fi isaa ol
  6. Iddoo Hojii Gitoota hundumaaafuu Godinaalee Motummaa Naannoo Oromiyaa keesa jiran keessatti

Teessoon keenyaa /Iddoon Galmee – Daandii Boolee gubbaa Gamo Meeggaa fulduraa Gamoo Hansam Darbii lammaffaa (2) kutaa 204tti

 Biiroo Konistiraakshinii Oromiyaa

 

 

 

 

 

Please Click here
to move back to job lists